News Analysis: Hidden Truth About Dr Abiy Ahmed / Viva Oromo/Oromia!!!

News Analysis: Hidden Truth About Dr Abiy Ahmed

Mohammednur Guye
News Analysis: Hidden Truth About Dr Abiy Ahmed

Abbaa Duulaa : Sagalee hate
Abiy: Lagannaa yoo dhiisuu baattan akka mootummaan jiru isinitti agarsiifna jedha.
Abiy: Gaafii Misoomaa gurguddoo dhiisanii ajandaa waraanni nama fixe, poolisiin nama ajjeesse yeroo hunda nuuf baasu jedha

Gadaa Hunde

#gabaasaqeerroo

“Itti muddi WBO koo haa odeessitu afuuftuun ati raasi daggala mancaasi mandhee diinaa.”



suura kana keessa gaazitonni OMN ‪#‎Usman‬ ‪#‎ukumee‬
Sabboona keenya cimaa usmaan hukumee kunoo haala kanaan gaafi cimtu tana gaafate abbaadulaa


ONN: Ibsa WBO Zoonii Kibbaa:
Ajjechaa Waraana Agaazii Wayyaaneen Magaalaa Moyaletti Bito.10/2018 Raawwatame Laalchisee Hogganni WBO Zoonii Kibbaa MGS-ABO J/Gadaan Ibsa Oromia News Neworkiif kennanii jiru .
=======================
Interview with a Commender of Oromo Liberation Army (OLA) Southern Zone about the Massacre in Moyale Town.