Hiber Breaking News May 22, 2018

Hiber Breaking News May 22, 2018

Dr Abiyyi mootummaa Itiyoophiyaa isaa 7ffaa dha.
1. Minilikii bara 1881 hangaa 1906 waggaa 25
2. Lij Iyyaasuu bara1906 hanga 1909 waggaa 3
3. Haile silassie bara 1923 hanga 1966 waggaa 43
4. Kol Mangistu H/Mariam bara 1966 hanga 1983 waggaa 17
5. Malaas Zeenawii bara 1983 hanga 2004 waggaa 22
6. Hailemariam Dassalegn (Abbay Tsahayee dhoksaa dhaan ) bara 2004 hangaa 2010 waggaa 6
7. Dr Abiyyi bara 2010 hangaa ?