HDn ABO Jaal Daaud Ibsaa Ayyaanaa Biyya Norway Magaalaa Oslootti Hawaasa Oromoo Waliin Marii Godhu.

HDn ABO Jaal Daaud Ibsaa Ayyaanaa Biyya Norway Magaalaa Oslootti Hawaasa Oromoo Waliin Marii Godhu.

Jilli ABO Kan Jaal Daawud Ibsaan durfamu marii Hawaasa Oromoo fi qunnamtii alaa cimsuuf akkasumas egeree QBO fi egeree Oromiyaa irratti ilmaan Oromoo Awurooppaa keessa jiraatan waliin marii gaggeessuuf dursee gara Biyya Sweden imalaa jira.
Jila kana keessatti hayyu Duree ABO, Jaal Daawud Ibsaa fi miseensa Shanee gumii-gumii sabaa Jaal Yaddii Abdishikkur( Gamteessa Boruu) kan argaman tahuun beekameera. Guyyaa kana hunduu baanee yaadaa fi yaaddoo qabnu Hooggantoota keenya waliin marii fi gaaffii gochuun walfaana haa dhaabbannu!
ABOn gaachanaa fi Wabii Oromooti!

Guyyaa : Amajjii 25-2020 Biyya Sweden magaalaa Stockholm qophii xummuraniiru.
Iddoon qophii : magalaa Stockholm- Sweden
Oxholmsgränd 2
Skärholmen
Sa’aatiin qophii 13:00- 18:00



Falmataa Kabbadaa **Kaasi Qumaara Kee** New 🎶 Oromo 🎶 Music 2019


New 2020 Ethiopian Oromoo Tulluu Taddasaa (Hin Bariine) Oromiffa Music – Official video clip TULUU