HD parlaama biyyaa Sweden keessa jirra viva ABO

HD parlaama biyyaa Sweden keessa jirra viva ABO share waliifi godrà

KMN:- January 24/2020
በአቶ ደዉድ ኢብሳ የተመራ የኦነግ ከፍተኛ የልዑካን ቡድን ለህዝባዊ ውይይት ወደ አዉሮፓ ስዊድን ተገዟል:: የልዑካን ቡድኑ ስዊድን ስቶኮልም አርላንዳ አለም አቀፍ አዉሮፕላን ማረፊያ ሲደርስ በስዊድን የድርጅቱ አባላት እና ደጋፊዎች ደማቅ አቀባበል አድርገዉላቸዋል:: የልዑካን ቡድኑ በመጪዉ ቅዳሜ 25/01/2020 ከህዝቡ ጋር ውይይት እንደሚያደርግም ተገልፆል::

Jilli ABO kan Hayyuu Duree ABO Obbo Daawud Ibsaatin durfamu marii ummataatif Awuroophaa biyya Sweden imalee jira. Jilli kun wayita Magalaa Stockholm, yommuu buufata Xayyaaraa Idil Addunyaa Arlaandatti miseensota fi deeggartoota ABO tiin simannaan godhameefii jira.
Hawaasa Oromoo waliin gaafa 25-01-2020 mariin akka godhaniidha kan himame.


Huge Respect!!
Aadam Mohaammad – Gadaa – Ethiopian Oromo Music 2020[Official Video]


Angaatuu Baalchaa – Marsaa – Ethiopian Oromo Music 2020 [Official Video]


ONN | Dhaabotni ykn Paartileen garagaraa kan Addi Bilisummaa Oromoo, Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaaden, Paartii Dimokraasii Mochaa, Shangoon Biyyaalessaa Ummata Agawoo kan keessatti argaman Amajjii 23,2020 Finfinnee Waajjira Muummicha ABO Gullalleetti argamutti walitti dhufuudhaan Tumsa Federaalawaa Dimokraasummaa Sab-daneessaa tolfatan.