Hayyu Dureen ABO jaal DAWUD IBSAA haala yeroo irratti miidiyaalee Biyya keessaaf Ibsa kennaa jiru waanta eef caqasaa

Above Single Post

Hayyu Dureen ABO jaal DAWUD IBSAA haala yeroo irratti miidiyaalee Biyya keessaaf Ibsa kennaa jiru waanta eef caqasaa

Muddee 21/2018
#Najjoo !
Elekoopteriin #Najjoo buute turte sun ammaa madoo
fi reeffaa ishee fuute deemte!

“WBO lakkoofsi isaa hanga tilimaamne ol waan ta’eef, Poolisii Oromiyaatti simachuu hindandeenyu!Humna poolisii hangas baay’atu simannee ittiin bobbaasnu hinqabnu!” Jedhu OPDOn yeroo hooggana ABO dubbisan.
Achi garagalanii immoo waaana WBO irratti labsu! Deebi’anii immoo ” ABOn WBO hiikkachiisuu dide, takkaawuu hindandeenye!” Jedhanii FB irraa wacu.
OPDOn,Qoosaafi shira itti jirtan kanaaf, yeroo gatii baaftan fagoo miti!
Taphinni siyaasaa dhiiga ilamaa hiyeesatiin dalagaa jirtan dhihootti ni saaxilama.

Tulluu Hiyyeessaa

እኔ ኦነግን በጣም እወደዋለሁ፡፡ ኦነግ የኦሮሞ ትግል Icon መሆኑ ጥያቄ የለውም፡፡ በኦነግ እና በባንዲራው ስም ብዙ የኦሮሞ ልጆች መስዋዕትነትን ከፍለናል፡፡ አሁንም ኦነግ መከታዬ እና ትምክህቴ ነው፡፡
——-
በርግጥ ኦነግ በትጥቅ ትግል እንደመቆየቱ በሀገር ውስጥ እንደ ODP መዋቅር አልነበረውም፡፡ በዚህም ምክንያት ሁሉንም አባላቶቹን እና ወታደሮቹን Disciplined በሆነ መልኩ በዚህ ፍጥነት መቆጣጠር ይችላል ብሎ መጠበቅ ስህተት ነው፡፡ ለዛም ነው ኦነግ ነን በሚል ስም ብዙ ህገወጦች የሚንቀሳቀሱት፡፡
————-
ይህን ለማስተካከል ጊዜም ሆነ የአመራር ተነሳሽነት ያስፈልጋል፡፡ የድርጅቱ ነባር አመራሮች ትግሉን ይህን ያህል አድርሰውታል ለዚህም ምስጋና ይገባቸዋል፡፡ ዕረፍትም ያስፈልጋቸዋል፡፡ በመሆኑም ግንባሩ ወደ ዕድሳት መግባት ያስፈልገዋል፡፡
————
የወቅቱ ፖለቲካ እንደሚጠይቀው ኦቦ ዳውድ ኢብሳን ጨምሮ አመራሩን ለወጣት፣ቁርጠኛ እና የተማሩ አመራሮች ወንበሩን ማስረከብ አለባቸው፡፡ ጠቅላላ ጉባኤ ጠርቶ ይህን ማድረግ ከቻለ የእኔ ኦነግ ወደ ጥንተ ባህሪው እንደሚመለስ ጥርጥር የለኝም፡፡

Haawenii Dhabesaa


sirba ajaibaa namnii kamiyyu ilaalu qabu.

Below Single Post