Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa miseensota Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin mari’atan

Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa miseensota Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin mari’atan

Guyyaa har’aa (Sadaasa 1/2020) miseensonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo mana Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa deemuun haala yeroo fi adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti marii taasisanii hubannoos argataniiru.
 
Marii kana keessatti Hayyu Dureen ABO adeemsa Qabsoon Bilisummaa Oromoo keessa darbee as ga’e erga ibsanii booda kallattii gara fuulduraas akeekaniiru.
Miseensonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo kun irra guddaan isaanii barattoota Yuunversiitii yommuu ta’an gariin isaanii ogummaa isaaniin kan uummata tajaajilaa jiranidha.
Xumura marii kanaa irrattis Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Qeerroowwan kun bakka deeman hundatti dirqama dhaaba isaanii akka hojjetaniifi labsii Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessa Oromiyaa ABOn labse akka hojiitti hiikuuf hojjetan dhaamaniiru.


G/Q/W/A JIMMAA HORROO
QABAMANII DHIIFAMNI HINJIRU. NA BAASA JEDHEE KAN ITTI GALE SI’I.
==================================
Milishaa fi basaastuun kun RAASIMUU YOONAAS KABBADAA jedhamti. Godina Qellem Wallaggaa aanaa Jimmaa Horroo keessatti lubbuu ilma Oromoo hedduu waraana maafiyaa sirna nafxanyaa nyaachiste. Dhiyeenyuma kana Onkoloolessa 17/2020 aanaa Jimmaa Horroo ganda Gomboo bakka Hambashaa jedhamutti waraana geessuun qeerroo Muhaammad Yoonaas jedhamu ajjeesiste. Amma garuu milshaa shafoon kun osoo hin jaallatin harka WBO buute. Gatii ajjeesuu ajjeesuudha. Rasaasa ittiin ilma Oromoo ajjeesisaa ture dhadhamachuu oolaaree? Guyyaa har’aa humni addaa reeffasaa fudhattee galteetti. Yoo sammuun yaadu jiraate waayilootni isaa warri dhiiga namaan taphattan gatii argachuun oolmaa hin qabu. Du’a oolmaa hin qabneef du”a seenaa hin qabne du”uun du’a lama du”uudha.
QABAMANII DHIIFAMNI WBO BIRA HIN JIRU !!!


1991 Eeybisa waraana Adda bilisummaa Oromoo kan Marsaa Jalqabaa. Mooraa Qabsoo Dadaritti. Artist Jamaal Ali yeeroo Sirbu . Seenaa Rirmi hin nyaatu jae Hacaaluun.


#Kamal_galchu dhageeffadha mee
Bitama pp kansarii qabsoo oromoo!!


Jibinsi abiyyi ABO irra qabuu kessa bektoni bayyen nidubatu garuu kan rajii natti tahee hayyun oromo kolnolel gamachu ayyana
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.