“Biyya keenya keessa Socho’uuf Orma irra Hayyamma hin fudhannu ” Baqqalaa Garbaa

“Biyya keenya keessa Socho’uuf Orma irra Hayyamma hin fudhannu ” Baqqalaa Garbaa

Obbo Baqqalaa Garbaafi Obbo Addisuu Bulaallaa dubifnee jirra.

 

QEERROO Naqamteerraa
“Wayyaaneen simannaa hoggantoota KFO f Naqamtetti karoorfame kan fashalsiiftuuf yaalti yoo taate gaaga’ama itti aanee dhufuuf itti gaafatamummaa fudhatti! Kanaafuu, balaan biraa osoo hin dhalatiin hojii farrummaashee akka dhaabdu hubachiisna.”

 

Tokkummaa fi murannoon Oromoo yoomuu caalaa natti tolee jira.

“Biyya keenya keessa Socho’uuf Orma irra Hayyamma hin fudhannu ” Baqqalaa Garbaa

OMN: የኦፌኮ ከፍተኛ የአመራር አባላት እገታ (LIVE) Feb 24, 2018

Guyyaa har’aa yunivarsiti Madda walaabuu damee hospitala riferaala Gobbatti baratoota oromoo 3
1.Ibsaa Yusuuf
2.Kennasaa Ibsaa
3.Maadii Mohammed jedhaman akkamitti sirba Afaan Oromo dhaggeffattan jechuudhaan poolisiin federaala tumaanii yeroo ammaa kana hospitala tti yaalamaa jiru

Ethiopia ዶር መረራ ጉዲና ከታገቱበት በቀጥታ ተናገሩ Dr Merera Gudina Speaks | Nekemte