Hawaasti Oromoo Matakal, Raayyaa, Kamisee, Asoosaa, Gujii, Booranaa, Harargee fi

(Finfinnee, 16 Fulbaana 2018)Hawaasti Oromoo Matakal, Raayyaa, Kamisee, Asoosaa, Gujii, Booranaa, Harargee fi naannolee addaddaa irraaa ABO simachuuf Finfinnee dhufan haala naannoo isaanii jiru Hayyuduree ABO fi hogganoota ABO waliin maryatan.
Bakka bu’ooti hawaasaa Oromoo kunneen caasaan ABO daddaffin akka diriiru gaafatan. Jaal Daawud Ibsaas mariicha irratti gammachuu akka qaban ibsnooru.
“ABOn mootummaa ummata sodaatu gad-dhaabuuf qabsaa’a,” jedhan.
Dhábasá Wakjira Gemelal