Kun dhaadannoolee har’a Tigraay keessatti qabatamanii bahan keessaa tokko.

Kun dhaadannoolee har’a Tigraay keessatti qabatamanii bahan keessaa tokko. ” Hiwahat ilma ummata Tigraay” jedhu. Dhaadannoo akkas jedhu kana Afaan Oromooiin addatti barreessanii agarsiisuun maaliif barbaachise? Ummata Oromoof dhaamsi dabarsuu barbaadame maali? ”Hiwahat (Wayyaanee) tuquun nu ummata Tigraay tuquudha” ergaa jedhu dabarsuu barbaadanii? Ergaa akkas jedhu kan dabarsaa jiru eenyu? Dhuguma ummata Tigraaytu kana jedhaa jira moo Wayyaaneetu bobaa ummata sanaa jalatti dheessaa jira?

Yaya Beshir


In his what role does Seyoum Mesfin talk to people in military service? Retired ones, OK; but he can’t talk to any active service men. He has no role in the military, he does not even have any civilian role in Abiy’s government. The army should fire officers who spoke with him and government needs to take action against him to stop his campaign against the PM. This is critical transition time, everyone should help to move the country forward.
Biyya Oromiyaa