Har’a galgala akka sa’aa biyyaatti 3:30 ykn 9:30 GMT tti Ajajaa WBO zoonii lixaa jaal Marroo Dirribaa” Miidiyaa Aljazeera.com sagantaa “The Stream” jedhurratti dhimma qabsoo keenyaa ni dubbata.

Har’a galgala akka sa’aa biyyaatti 3:30 ykn 9:30 GMT tti Ajajaa WBO zoonii lixaa jaal Marroo Dirribaa” Miidiyaa Aljazeera.com sagantaa “The Stream” jedhurratti dhimma qabsoo keenyaa ni dubbata.
 
Sagantaan kun TV Aljazeera, fb fi twitter dhaan ni darba jedhameeti jira.
Kanaaf jala bu’aa Hordofaa” Sheer godhaa sagalee keenya Adduunyaan haadhageeysu.


Argitanii Abjuu warra habashaa?
Sadhiiroo dhugumatti warrikun nubulchuudha barbaaduuyii? Kun hundi Objuu Tuffiin guutameedha.