Happy Irreechaa: Jawar fi kanneen cubbuun hidhamanis Waaqni nuuf haa baasu!

Happy Irreechaa: Jawar fi kanneen cubbuun hidhamanis Waaqni nuuf haa baasu!
 
Happy Irreechaa
Arfaase Gemeda

Waaqni dhugaa keenya Ifa haa baasu!!

Jawar fi kanneen cubbuun hidhamanis Waaqni nuuf haa baasu!
Bilisummaa nama hubdaaf!!

Kun Ayyaana Irreechaa Shawaa Kibba Lixaa aanaa Qarsaa Maallimaa kabajame
Baga geessan!!

Irreechaa2020-
Ayyaana Irreechaa biyya SUdaan, magaalaa Kaartum keessatti kabajame.
Kun ayyaana foolii Oromummaa qabuu dha.
Baga geessan, hedduu galatoomaa!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.