HaileMariam Dessalegn, under whose administration 3000 peaceful protesters killed and 50,000 peaceful protesters imprisoned

The former PM, HaileMariam Dessalegn, under whose administration 3000 peaceful protesters killed and 50,000 peaceful protesters imprisoned, over one million Oromos internally displaced in just last 2 or 3 years received gold medal from Prime Minister Abiy Ahmed as the ‘highest national honor award for best leadership’ 

#OnlyInEthiopia

Girma Gutema

Kunoo waan Abiyyi dalagaa jiru ilaalaa. HD puppeet ummata keenya ficcisiise warqii badhaase.


Hahahah BADHAASAA dhumaati ilmaan oromoo irratti waraana labsuun ajjeesiisiisaa turaniif MM HARREMAARIYAMIIF badhaasameedha.
DURAANUU afaan garagaraa DUBBATAN malee ,ISHEEN ISHEDHUMA..

Yeroo mootuumotaa fii YAKKA QORATOONNI adunyaa, QABSOO fii MIIDHAMA OROMOO, hubatanii, dhugaa keenya rageesuun ittii dhimamanii hojjachaa jiraniitti, sabni oromoo qabsoo fii mormii geggesaa jiran irraa duubati deebi’uu hin qaban.
Biyyatti san keeysatti FURMAANNI waaraa kan dhufu yeroof mootummaan ce’uumsaa kaayyamee, FILANNOON haqaa biyyatti keeysatti adeemsifamuun TPLF boollatti darbuu qofaadha.
Kuni immoo MURTII fii IJANNOO mootumoole adunyaanis murteefateedha.
Ittii muddii ammas

Mohammednur Guye


የኢፌዴሪ የቀድሞ ጠቅላይ ሚኒስትር ኃይለማርያም ደሳለኝ በአሸኛኘታቸው ላይ ያደረጉት ንግግር


ESAT አቶ ጌታቸው አምባዬ ከስልጣን የተነሱት …ሚያዚያ 16/2010


ESAT በሽንሌ ዞን የተነሳው ህዝባዊ ተቃውሞ ወደ ሌሎች ዞኖችም ተዛመተ ሚያዚያ 16/2010

1 Comment

  1. What we learn here is Abyssinian apartheid minority killers of Oromia people are treated like heroes by TPLF their agents OPDO traitors.

Comments are closed.