RIB oraaliidhaan Sudaan deemaa ture ummanni Amaaraa Umaraa Gondar irratti akka hindeemne uggure.

Hagayya 18-2019 RIB oraaliidhaan Sudaan deemaa ture ummanni Amaaraa Umaraa Gondar irratti akka hindeemne uggure.

Mootummaa fi waraanni isaa RIB kan ummata Amaaraa tahuu isaa ragaan kana caalu hinjiru. Osoo ummata Oromootu uggure tahee reeffa walirra nu tuulu.
Ummanni harka duwwaa bahee RIB hanga funyaanii hidhate uggura.
Ummanni Oromoo garuu badii tokko maleetti mana isaa keessatti RIB’tiin ajjeefama.

Oda Labsi Fajji