Haga yoonaatti namootni waraana mootummaan naannoo AMBOO keessatti ajjeefaman 34 gaheera.

Haga yoonaatti namootni waraana mootummaan naannoo AMBOO keessatti ajjeefaman 34 gaheera.

#Amboo #FreeOromia #OromoProtests #Justice4Oromo
Ajjeechaa Artisti keenya jaalatamaa, Hacaaluu Hundeessaa, Booda Oromooti 34 naannoo Ambootti waraana mootummaa Abiyyiin ajjeefamaniir. Isaan keessaa kannneen maqaan guutuu nu gahe 12:
1. Burtee Dhinsaa Abarraa, umurii 17, shamarree
2. Alamnash Isheetuu, umurii 23, shamarree
3. Salamoon Ta’innaa, umurii 22. dhiira
4. Daadhii Guutaa, umurii 18, dhiira
5. Bilisummaa Taakkuu, umurii 20, shamarree
6. Yinunee Daani’eel, Umurii 20, Dhiira
7. Daani’eel Qaabataa, Umurii 48, dhiira
8. Mahaaluu Lateeraa. umurii 24, dhiira
9. Burtee Damisee, umurii 21, shamarree
10. Masqalaa Guddisaa, umurii 23, dhiira
11. Deebisaa Guutaa, umurii, 20, dhiira
12. Daandanaa Shallamaa, umurii 19, dhiira

*Haga yoonaatti namootni waraana mootummaan naannoo AMBOO keessatti ajjeefaman 34 gaheera. Maqaa Oromoota 22 barbaaduutti jirra. Akkaa rganneen isin beeksifna.

Injifannoon Ummata Oromoof!!


#FreeOromia #OromoProtests

እንኳን ዛሬ ነግቶ ይቅርና በጨለማውም ወቅት እጅ አልሰጠንም አትጃጃሉ አትድከሙ እያለች ጀግኒቱ ፋጤ አንያ። መቼም ጆሮ እንጂ የመስሚያ አቅል ጀሊሉ ነፍጓችኋል ለማንኛውም አድምጧት ቢገባችሁ።

Aliwo Ismail