Giddu Galeessa Aadaa Oromoo keessatti gootni Oromoo Jawaar Mohammed Waraana Abiy Haamadiin itti marfamee jira.
Jawaar hidhame!? Oromoon miliyoonaan Finfinnee nam’uu qaba. Kan fago jiru kilashi qabate lolaa dhiyaachu qaba. Dubbiin hammaate Jira, Oromoon isaaf dhumataaf ykn guyyaa haaraatu isaaf ifa.
The regime has broken into the main office of OMN and took journalists to an unknown place. They killed Haacaalu and now they want to silence the media that covers it. Well, OMN can’t be shutdown. It is still on air.
Hacaaluu ajjeesan.
OMN cufan.
Jawaar hidhan.
Kun hundi guyyaa tokkotti tahe. Kun hundi Oromoo irartti tahe. Kana booda waan addaa Oromootti himnu hin qabnu. Oromootu maal akka godhuu qabu hojiidhaan addunyaatti himuu qaba.
Biya ko falme due hachalu hundesa taa kenyan police say yes they say we support hachalu