Haayyuu Duree ABO Jaal Daawud ibsaa : Waraanni Mootummaa manatti dhufee itti marsee jira. Oromoo Ka’i nama kee kana baraari!

Oromoo laal Haayyuu Duree ABO #Jaal_Daawud_ibsaa laaqanaaf Waajjira isa kan Gullallee jiruu galee mana jireenyaa isaa jira. Waraanni Mootummaa manatti dhufee itti marsee jira. Oromoo Ka’i nama kee kana baraari!

Oromiya Biyyako