Haasaa Muummichi Ministeeraa Dr Abiy barsiisotaaf taasisan kan nutu alaa isin galche jedhu sirrii miti.

Haasaa Muummichi Ministeeraa Dr Abiy barsiisotaaf taasisan kan nutu alaa isin galche jedhu sirrii miti.

Dubbii na aarsite osomaa katabaa jiruu Sabattanyaan 7ኛn boombii dhukaasee jennaan ol keyadhe gaafa biraatiif. 7ኛn har’a መንግስቱ ኃ/ም nutti ta’ee bar. Baguma Dr. Nagaso Gidada kora san keessa hin jiraatin malee silaa መንግስቱ ኃ/ም መሰልከኝ jechuunii hin dhiisu ture.

Haasaa Muummichi Ministeeraa Dr Abiy barsiisotaaf taasisan kan nutu alaa isin galche jedhu sirrii miti. Dubbii nagaa buusuu miti. ODP fi ABO illee kan harka qullaa qabsaawee bilisa baase uummata Oromoo ti. Mootummaan osoo of qusatee baayyee gaarii dha. Akka yaada kiyyatti mootummaan MM Abiy akkuma duraanii san obsanii woraana ala jiru, qabsaawota sabaa waan ta’aniif, worra gabrummaa baatuu didee alatti bahe waan ta’aniif kabajaan waamicha godhaniifii kabajaan karoorsuu qabu. ( Dogoggorri yo jiraatelle gara lolaatti darbuurra obsaan wol sirreessuu woyya; Ilma namaa ta’ee kan hin dogoggorre hin jiru.)

Nagessa Oddo Dube


1 Comment

  1. Now he speak like Mengistu H/M. Could that be his true nature or he listening to Shaleqa Dawit W.Giorgis? He let Oromos be butchered by Somali Liyu Police (a special unit of his army) from Moyale to Bordede, he never lost a word when his army chiefs murder Oromo civilians times and again with impunity, but when the Oromo organize themselves to defend against those who come to murder them in their homesteads, he sends army and airforce to kill Oromo alleging as OLF combatants. But I doubt if he is at all in control of TPLF’s army he boast of! A dictator he has become already, but what is his end goal? Resurrect Derg or Haile-Selassie style Habesha/Amhara hegemony?? If so, he will end up as any of the Ethiopian tyrants before him!

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.