ONN LIVE : Marii haala yeroo irraatti MSH-GS ABO Obbo Odaa Xasee godhame. Muddee 31-2018

ONN LIVE : Marii haala yeroo irraatti MSH-GS ABO Obbo Odaa Xasee godhame. Muddee 31/2018

ABO versus ODP: Oromia Current Issues with Jelil Abdella


Guyyaa 30,12,2018
Wellisaa Bashaannaana Hayyiluu
Guyyaa har’aa ganamaa keessaa 3:29 irratti rebbichii hamaan humnaa tikkaa OPDO/wayyaanneetin irratti rawatamee dandii irrati
gatamee jira.
Bakkii isaa buurrayyyuu bulchinsaa magaala fulduraa jedhu


ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Mudde 29,2018 | Waraanni Bilisummaa Oromoo WBO’n


Gaaffii
1.Qeerroon Harka qullaa eenyuun lolte?
2.Qeerroon gaafii karaa nagaa dhiheessinaan eenyutu rasaasaan deebii Kenne?
3.warri akka sabni keenya hidhamu ,ajjeefamu, biyyaa har’amu, qabeenyi biyyattii saamamu taasise eenyu?
4.kan saame eenyu?
5.kan miila fi harka nama kenyaa akkuma bara 1887faatti nmursiise eenyu?mure hoo?
6.Maaster pilaanii lafaa fi namaa baasuun karoora MZ lafa oromoo xiqqeessuu fi saba baayyee xiqqeessuuf baase hojiitti hiikuuf dhama’ee ummanni akka ibiddaan gubatu saasise eenyu?
7.Qabeenyi biyya kanaa kan hooggantoota waraanaa fi hooggantoota sadarkaa adda addaa qofa ta’ee oromoon akka miidhamu kan taasisaa ture eenyu?
8.kana hundaa fi kkf gochuun hanqatee har’as jijjiirama ummanni barbaadu osoon hin taane jijjiirama isaan barbaadan akka ummanni fudhatu kan dhugaa soba fakkeessuun ,soba immoo dhugaa nutti fakkeessuuf deemu eenyu?
Gaafiin kuni muraasa taatus deebiin ishee akka waa yaadannee waas yaannu kan nu taasisu ta’a jedheen amana kanaaf furmaanni rakkoo tokko furuuf feesisu dursa madda rakkichaa adda baasuu, rakkoo sanaaf mala dhahuu, maloota fayyadamuun feesisu qaaccessuu? Murtee furmasta rakkichaa kennuu dha .malee quba walitti qabaa ooluun bu’aan isaa kan warra dhugaa hin barbaanneeti!!

Dejene Bekele


ONN LIVE : Marii Hayyoota Oromoo profeeseer Mahammad Hassan,Asaffaa Jaallataa fi Asfaawu Bayyanaa waliin haala yeroo irratti godhamee. Muddee 30/2018.


Ayyaana Qillee Atileet Fayyisaa Leellisaa waliin OBN Muddee 22, 2011