Haacaaluu hundeessaa live OBN waliin turtii taasisaa jiru irratti hirmaadhaa gaafi qabdan gaafadhaa

Haacaaluu hundeessaa live OBN waliin turtii taasisaa jiru irratti hirmaadhaa gaafi qabdan gaafadhaa

“Ammaan booda siyaasni ilmaan oromoo gidduutti summii ta’ee nun nyaatu. Wal hin nyaannu, Wal hin balleessinu. Nuti qabsaahonni oromoo qaroon har’a jirru siyaasa Aadaadhaan hin gaggeessinu. “
Dr. Lammaa Magarsaa