Guyyaan Wareegamtoota Oromoo Ona Fantaalleetti ummata

Guyyaan Wareegamtoota Oromoo Ona Fantaalleetti ummata naannoon kabajamee ooleera .


Odeessa

Magaalaa Shashamanneettii guyyaa Wareegamtoota Oromoo jiraatota magaalichaa fi Qeerroo bilisummaa Oromoon kabajamee oolee jira. Itti fufuun bakka Seena qabeessa Annooleettis akka kabajamuuf qophaa’aamaa jiraachuu Qeerroon Bilisummaa Oromoo heeree jira .

Raajii Guddataa

Qeerroon #shaashee buleeyyii of waliin qabuun seenaa irraa baraa seenaa galmeessan.
Baga geessanii bagas kabajattan akka diinaaf miti akka murannoo keessaniif irra ooltaniittu.


Shaashamannee!


Shaashee kabaja Guyyaa Gootota Oromoorratti!

OMN: Galmee Seenaa; Mooraa leenjii WBO Odaa Boobee (Ebla 27, 2019)

Gadaan keessan
#qeerroo_power