Yaadanno Guyyaa Gootota Oromoo kan Oromiyaa fi Biyya adda’ddaa

Yaadanno Guyyaa Gootota Oromoo kan Oromiyaa fi Biyya adda’addaa-Ebla 15,2018

ONN: Ebla 15,2018- Jimmaa Yuunibarsiitii
=====
Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 15,2018 yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo, irbuu Shiniigaa haareffatan


Yaadanno Guyyaa Gootota Oromoo kan Washington Dc


Amboo
=======
Magaala Amboottii guyyaa hara’aa sirnii gotootaa wareegamaannii magaala amboo keessaattii akkata gara garattiin kabajamaa olee
Jiraa guyyaa kabajaa wareegamtoota ufaata tishirtii ufachuufi dungoo qabsiisuun kabajamee olee jiraa
Haalumaa Waal fakkatuun maatii wareegamtootaa jajabeesuufi degararuun kabajamee olee

Lammiin Lammiisaaf wareegamee ammayuu lubbuun jiraa
Seenenaa hin dagaatuu

Gabaasa Qinda’eef Qindeesitootaa Qeerroo Amboo irraa



ONN: QOPHII ADDAA: Kora ABO Kutaa Kaanaadaa Kan Bara 2018 Bitooteessaa 30 –Ebla 1/2018 Kutaa 2 FFAA

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*