Guyyaa Gootota oromoo Minneapolis Minnesota

Guyyaa Gootota oromoo Minneapolis Minnesota

Guyyaan Gootota Oromoo(GGO)Oromiyaa Xiqqoo MN magaalaa Lakkuutti yaadatame.Galanni fi kabajni yoomiyyuu gootota keenya isaan kaleessaa fi hardhaaf haa tahun dhaamsa saganticha ti.Isin yaadanna galmeen seenaa Oromoos yeroo hunda isin leellisa


Guyyaa Gootota oromoo Minneapolis Minnesota


Badhaasa DR Abiyi Ahmed MNO Lamma magarsaa guyya inni angoo dabarsee wa’iilaa isatiif kennu
Isaa fi wa’iilaan isatiif kenamee”

Oromia’s former Vice President Aaddee Teyba Hasen was sucked because she is too much Oromo, for the ideologues of the #Oromara, to fit into the gimmick?


Hoggantonnii ODP garaagaraa komii qaban akkanatti dhiyessaan. Hoggantonni dhugaa ummataaf hojechuu fedhan yoo amantaa dhaaba isaanii irraa dhaban gita maaliitiin ummanni Oromo dhaaba kana irratti abdii qabaachuu danda’a?