Gurmuu Eegdota Warraaqsa Oromiyaa jedhamu keessaa namni tokko QBO’n to’atamuu

Gurmuu Eegdota Warraaqsa Oromiyaa jedhamu keessaa namni tokko QBO’n to’atamuu

Lolli Oromoo Walloo irratti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, akkasumas, Hidhattoota Naannoo Affaarii fi Amaaraan geggeeffamu, tibbana daran jabaatee jiraachuu | Gurmuu ‘Eegdota Warraaqsa Oromiyaa’ jedhee of waamu keessaa namni tokko Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaalaa Naqamteen to’atamuu | Giddu-gala Oromiyaa, Kaaba Shaggar keessatti, Uummatni Oromoo Haala hamaa keessa jiraachuu #RSWO – Fuulbana 8, 2020

Gurmuu Eegdota Warraaqsa Oromiyaa jedhamu keessaa namni tokko QBO’n to’atamuu