Gootummaan Magaalaa AMBOO jechaan kan ibsamee dhumu miti;




Gootummaan Magaalaa AMBOO jechaan kan ibsamee dhumu miti; keessumattuu Obsiifi jaalalli Poolisoota Oromiyaa waan hindagatamnedha!!

Gootummaan Magaalaa AMBOO jechaan kan ibsamee dhumu miti; keessumattuu Obsiifi jaalalli Poolisoota Oromiyaa waan hindagatamnedha!!


QEERROON AMBOO SAAMTUUFI HATTUU WAYYAANEE QABATAN-Yoo Oromiyaan bilisoomte Amboof maal goota? -Biyya Sabboontotaaf goototaa

QEERROON AMBOO SAAMTUUFI HATTUU WAYYAANEE QABATAN-Yoo Oromiyaan bilisoomte Amboof maal goota? -Biyya Sabboontotaaf goototaa


“Uummanni Oromoo Magaalaa Amboo fi Gudar, Poolisoota Oromiyaa waliin ta’uu dhaan, daldala seeraan alaa towannoo jala waan galchaniif Federaalli hidhattoota ergee Uummata tti dhukaasa banee miidhaa geessisee jira. Haala kanaan wal-qabatee, karaan Gudar, Amboo fi Giincii jidduu jiru dhagaa fi konkolaataa gurguddaa tiin Uummanni cufsiisee jira”.
Jedha adeeffannoon tamsa’aa jiru.


Ethiopia : የትግራይ ነፃ አውጪው ወያነ አንቦን በወታደራዊ ቁጥጥር ስር ለማድረግ ሙሉ ሀይሉን ይዞ አንቦ ገብቷል All Ethiopian people let us stand with side the Hero Ambo people. Ambo the sign of unlimited courage.

Via: Natnael Mokonnen

 



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*