Fayyee keenya Baga Gammadde nus Gamachiifte !!! Gootichii Oromoo Atileet Faayisaa Leelisaa Guyyaa hardhaa Magaalaa New York keeysati wol dorgomii fiigichoo Wolakaa Maratooni KM 21 Yeroo sa’a 1:00:04 keeysati xumuruun Sadarkaa 1 ffaa Kan baheef Hardhas Gootichi keenya kun Sarara Xumuraa gubbat harka issaa wol keeysa qaxaamursiisun Mormii issaa Aduunyat agarsiise jira . Feyisa Lilesa wins the New York City half marathon with a time of 1:00:04 today. Congratulations