Goota fi Biyyaa Gootota WBO LOLA HIN FEDHUU KAN AJJESUUF BARBADA JIRU MOTUMMAADHA

Goota fi Biyyaa Gootota WBO LOLA HIN FEDHUU KAN AJJESUUF BARBADA JIRU MOTUMMAADHA REPHEE LOLA MOTUMMOONI ADUNYAA TOKKOLEN DHABAMSIISE HIN BEKKU YAA OPDO WALI GALATEE HOJIITI HIKII OLOLA KANA DHISII

Leeccaa Bosona WBO KO Qeerroo 


Jaal Galaasaa Dilboo fi Jaal Leencoo Lataa bara Chaartaraa hayyu duree if itti aanaa hayyu duree ta’uun dhaaba seena qabeessa sana hogganaa turan. Waggaa digdamii meeqa booda har’a lubbuun jiraatanii lamaanuu biyyatti argamu. Kaleessa dhimma qabsoof wal mufatan. Kufaatii chartara boodaatiin hamilee cabiinsa dhalateen sun dhufe. Amma Oromoon kufee hin hafne. Sanyii gaafas facaasan santu har’a biqilee daraaree injifannoo kana fide. Jarayyuu jiruu baqaa irraa galcheera. Jarri kun lamaan waan biraa yoo hafe wal arganii suuraa yaadannoo waliin haa ka’ani. Sana booda J/Daawud fi J/Kamaaliin wal bira dhaabnee footoo waliin kaafna🙂 Sagantaa footoo kana booda waan biraa dubbanna.

Yaya Beshir

Jaal Guutamaa fi Jaal Nadhiin bakka dhugaa jiran.
Jaal Galaasaa fi Jaal Leencoon dogongora qabsoo keessatti taasifame hubatanii, Jijjirama Wareegama guddaan argame kana dhugoomfatanii deeggaruu isaaniitti kabajaa ofitti horan .

Wal gargaarree jijjiirama kana kan bilisummaa( Kan Abbaa Biyyummaa) dhugaa san goona jedhan .

“Qabsoo walirratti gochuuf osoo hintaane harka walqabannee waliin qabsaa’uuf dhufne”
Obbo Galaasaa Dilboo
Galatoomaa jennaan

Hamza Wariyo

OMN: Marii Pr. Mootummaa naannoo Oromiyaa fi Qondaalota ABO-QC [Amajji 10,2019]


Marii jila HD-ABO Jaal Galaasaa Dilboo durfamu fi PMNO Obbo Lammaa Magarsaa waliin godhan irratti, “Oromoon isa amma argate tikfatee, isa caaluuf qabsoo taasisuu qaba.”


ESAT Interview with Asaminew Tsige Jan 2019


Worra Oromoo duubatti deebisee TPLF jalatti galchuuf hojjatu balaaleffachuu qabana.