BREAKING NEWS: Goodina Booranaa Magaalaa Mooyyallee Naanoo Arbalee Goorot Agaazin Hardhas Nama keenya Fixaa jirti.

#BREAKING NEWS: Goodina Booranaa Magaalaa Mooyyallee Naanoo Arbalee Goorot Agaazin Hardhas Nama keenya Fixaa jirti.

Dhukaasa Agaazin sa’a 11:40 irrat hawaasa keenya irrat bananiin Daimmaa Umrii 10 ajeesaniiru. Namnii 3 madaawera. namoota madaawan keessa Tokkoo manguddoo haadha keenya yommu taatu 2 Qeerroo akka tahani maddeen #RDH nuf gabasaniiru .

በዛሬው እለት 11: 40 ላይ በቦረና ዞን በሞያሌ ከተማ በአርበሌ ጎሮ በሚባል ቦታ ላይ የአጋዚ ጦር የ10 አመት ልጅ የተገደለ ሲሆን 3 ሰዎች ደግሞ ቆስለዋል ከነሱ መካከል 1ዋ አሮጊት ሲሆኑ 2 ቄሮዎች እንደሆኑ የራዲዮ ዳንዲ ሃቃ ምንጮች ከስፍራው ዘግበዋል።

Via: Hamza Borana

A primary school student, a 2nd grader boy, by the name Banana Tagane Ragassa was barbarously killed by the TPLF agazi military in Moyale today.

May this innocent kid rest in peace among our martyrs in heaven!