Godina Jimmaa aanaa Gommaa ganda Limmuu Shayii fi Ganda Aacaa keessaatti walumaa gala manni uummata Oromoo 17 abiddaan gubachuu isaa nuuf eeran.
Namoonni akka jedhanitti manni uummata Oromoo kun waraana mootummaa PP tiin akka gubate ibsan. maqaan namoota manni irraa gubatee keessaa muraasa moominaa Abbaa zaaben haadha ijoollee 2: Fitsumee Solomoon kan ijoollee 3 qaban,Sharafee abbaa Maccaa, Aliimaa Hasen haadha ilmaan 5 kan ta’an yoggaa ta’u maqaa abbaan warraa keessa Shaneedha jedhuun manni har’a irratti gubachuu isaa nuuf gabaa #Fromsa iraa
Taazzabdoota filannoo baranaa
የዘንድሮ ምርጫ ታዛብዎች
Nuti ijoollee gootota kanaa ti.
…Kanaaftu Xoobbiyaa argaashee jibbina.
Via: Ajaahib Jimaa Tooboo