Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo Magaalaa Qaancaa daandiin cufaadha

Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannoo Magaalaa Qaancaa daandiin cufaadha

#FreeJawarMohammed
#FreeAllOromoPoliticalPrisoners
#MedicalCare4Jawar 

See More


No To Injustice
#FreeOromoPrisoners #FreeOromia



#WallooSanbate
Itti muddi
#FreeOromia #FreeOromoPrisoners


This is Gadab Hasasa, Arsi, funeral ceremony.
=====
Gadab Hasaasaatti sirni awwalchaa namoota ajjeefamanii bifa kanaan raawwatamee jira
1-Abdul kariim
2-Sheek umar xawwiilii fi Haadha manaa isaanii
Rabbiin gumaa isaanii haa baasu.

May their sour Rest In Peace


#QEERROO Daro Labu magaalaa Buraysa lala
Mormii gaggeessaa jiru!


Qeellamitti WBOn Qeerroo mormiitti jiranif eegumsa gochaa jiru.
#FreeOromia #FreeOromoPrisoners


#OromoProtests Hawaasa Oromoo Switzerland, Marsaa 5ffaa, Bern, Switzerland