Godina Gujii Lixaa Magaalaa Malkaa Sooddaa naannoo laga Okkotee bakka kuusaan Warqii laga Danbii calalamutti sochiin Warraaqsa FXG

Godina Gujii Lixaa Magaalaa Malkaa Sooddaa naannoo laga Okkotee bakka kuusaan Warqii laga Danbii calalamutti sochiin Warraaqsa FXG

OromoRevolution Caamsa 1/2018 Godina Gujii Lixaa Magaalaa Malkaa Sooddaa naannoo laga Okkotee bakka kuusaan Warqii laga Danbii calalamutti sochiin Warraaqsa FXG Qeerroo Dargaggoota Oromoofi uummaataan finiinaa jira.

Ibsaa Nagaasaa


#Gabaasaqeerroo
Ammaan sa’aatii 10:00 warri poolisii adaamaa battaanyii jedhamu makiina 4n dhufanii daandii nagellee fi waadara jidduu jiru banaa jedhanii uummata doorsisaa jirti. Yoo isheen bantu qeerroon duubaan cufaa jirti.Jajjabeen fi uummanni qawwee qabu birmatuufii qaba. 
jedhaa jiru Qeerroon Gooroo doola”

MIDROC SHAAKKISOO,
Namoota hiriira bayuuf gara bakka gidheetti wol gayaa jiran hedduu poolisiin Oromiyaa tumaa Konkolaataa irratti feetee gara buufata poolisii aanaa shaakkisootti guuraa jirti.
Tooltuu hammaattulleen uummata kana keessa baatan, uummata kanatti gibira kanfalaa isin jireechisa borulleen uummatu kanatti deebitu. Gaachana te’aa isiniin jedhamaa ture san hin dagatinaa


(Gujii, Caamsaa 1, 2018) Godina Gujii Aanaa Horsiisee Bulaa Gooroo Doolaatti hiriirri guddaa gaggeeffamaa jira.
Guyyaa hardhaas mormiin cimee itti fufeera; dandiin konkolaataa waan cufameef tajaajilli geejjibaa dhaabateera.