Godina Gujii lixaa dubartii ciniinsuun hospitaala geessanu karaa irratti ..

Godina Gujii lixaa aanaa Hamballaa Waamannaatti dubartii ciniinsuun hospitaala geessanu karaa irratti ambulaansii dhoqqeen qabdee lama bulte

Wow ! the great developmental TPLF’s regime, it seems everything is for Tigray!

It is a Curse of Having Tigray even as a Neighbor, because it is a parasite state.

Godina Gujii lixaa aanaa Hamballaa Waamannaatti dubartii ciniinsuun hospitaala geessanu karaa irratti ambulaansii dhoqqeen qabdee lama bulte…Tanaan duralle dubartoonni 9 rakkoo walfakkaataan du’an. Waan hundaafuu viidiyoo kana ilaalaa waan Oromoon keessa jiru arga.
በምዕራብ ጉጂ ዞን ከሃንባላ ዋማና ወረዳ ከወልድና ምጥ ችግር ጋራ ተያይዞ ወደ ድላ ሆስፕታል ሪፌር የተደረገች እናት መንገድ ላይ እሷን የጫናት አምቡላስ በጭቃ ተይዞ ሁለት ቀን መንገድ ላይ አድሯል። ከዚህ በፊትም በተመሳሳይ ሁኔታ 9 እናቶች በወልድ ላይ ሞቷል።
In the West Guji zone, Hamballa Wamanna district, a woman who has been faced delivery problem and labor-pain sent to Dilla referral hospital. But an ambulance which carried her stuck in mud and stayed there for two days on the way from Hamballa Wamanna to Dilla. According to health assistance of the area, 9 women died also with the same problem recently.


Can you imagine when this TPLF thug now advocate health as human right while the whole of his records show violation of human rights?