Bulchaa godina Gujii Bahaa ob. Roobaa Turcee Saafayii irratti naannoo Waadaraatti yaaliin ajjeechaan raawwatee ture jedhan

Bulchaa godina Gujii Bahaa ob. Roobaa Turcee Saafayii irratti naannoo Waadaraatti yaaliin ajjeechaan raawwatee ture jedhan. Qaamni yaalii ajjeechaa kana taasise eenyu laati?

Nagessa Oddo Dube 

Warri olola oofaa turtan caqasaa keessattu warri akka Addisuu Aragga ilmama nafxanya fi fakkaatota isaa

OMN: ODUU Guyyaa Amajjii 01 2019


Amma booda gonkumaa ummanni keenya akka duraaniitti bitamee hin jiraatu.
~#Obbo Baqqalaa Garbaa


Oromia Police has arrested 87 corrupt officials so far. Every single scumbag official who stole land from poor farmers should face justice! Most of the arrest are around Finfinne obviously. A very commendable work by Oromia anti-corruption commission. I hope they would not stop at these mid-level officials. Top OPDO officials who used to send letters to towns and cities rationing land to “investors” and regime appointees should face the full force of the law.

Biyya Oromiyaa