Godina Booranatti summiin WBO balleessuf bifame Loon horsiisee bultootaa hedduu ajjeese.

Godina Booranatti summiin WBO balleessuf bifame Loon horsiisee bultootaa hedduu ajjeese.
KMN:- Waxabajjii 08/2020
====================
Godina Booranatti summiin WBO balleessuf bifame Loon horsiisee bultootaa hedduu ajjeese. Waraanni mootummaa yeroo hedduudhaaf loltoota ripheen lolaa balleessuudhaaf yakkawwan suukanneessaa ummatarratti raawwachaa turuun isaa ni yaadatama. Haa ta’uuti garuu amma hanga summii biifanii loon ummataa fixuu gahanii jiran jedhu Maddeen KMN.