Godina Baalee Aanaa Gaasaraa keessatti mootummaan wayyaanee barsiiftota Aanichaa hanga gandoota baadiyyaatti jiran hundaaf lafa mana jireenyaa ijaarrattan isiniif kennina jetteenii Barsiiftotaan barattoota qabachuuf lafa qotee bulaa irraa buqqisaa jirti.yeroo ammaa Abbootin lafaa wayyaanee wajjiin walitti bu’aa jiraachuun gabaafamee jir
Via Adem Misoma
Exposing the evil nature of the TPLF regime!!