GODAANSA
Qeellam Wallaggaa aanaa Anfilloo ganda Shebel, bakka Tootii jedhamu keessaa ummanni keenya waraana mootummaatiin qe’ee isaarraa buqqifamee haala hedduu nama gaddisiisu kanaan daa’imman reefuu dhalattullee baatee laga keessaan baqatee godaanaa jira.
Sirni minilik kan durii sanarraa hammaatee nurratti fe’amee jira.
Oda Labsi Fajji
Qabiyyeen kitaaba kanaa magaalli Finfinnee jedhamu hin jiru, lafti Addis Ababa seenaanis lafa Amaaraa malee kan Oromoo hin turre kan jedhuu dha. Deeggarsa MNAtin maxxanfame. Mootumichi kitaabni kun jiraattoota hundatti raabsamuu qaba jedhee deeggarsa maallaqaa godhaafi jira. Torban darbe beektoonni naannoo amaaraa bakka buutota mootummaa naannoo Amaaraa waliin kanaratti marii taasisuu isaanii barreesseen ture. Lafti keenya kan bulchuu qabuus nuyi jechaa turan. Kan twitter irratti kitaaba kana promote gochaa jiru kun gorsaa fi michuu MM Abiyyi kan ta’e Dr. Mihiret Dababaati. Kitaabicha baay’een ajaa’ibsiifadhe jechaa jira.
Baay’ee nama dhukkuba. Jaal Abdii Raggaasaa jireenya isaanii guutuu dargaggummaa irraa hanga umurii isaanii har’aatti Qabsoo Bilisummaa keenyaaf godhamutti warraa hirmaatan keessaa kan jalqabaati.
Diinni keenya har’a Hooggana keenya hidhee Dararuun of duuba nu deebisuuf wixxifatus nuti tole hin jennu. Har’aan tana Jaal Abdii Gameessichi Finfinnee K-6 Waajjira dhabmsiisa meeshaa jedhamu lafa jalatti hidhamuu isaanii bira geenye. Namoota akka Jaal Abdii hidhanii gabrummaa akka nutti hin feene ummanni Oromoo bakaa jiruu akka sagalee ta’uufii dhaamsa dabarfanna.
Hidhaan fala hin ta’u! Gada Gabisa
Leencoo Baatii Haylasillaasee faarsa. Abiy warruma mootota habashaatti amane walitti qabate jechuudhaa?
DURII fi HAR’A: Viidiyoon duraa kan miidiyaan mootummaa ( TVO) hammeenya mootota durii jedhee dhiheessedha. – https://t.co/5172pezLOq pic.twitter.com/CZBHmBN5h8
— Kichuu (@kichuu24) June 13, 2020
Workers continue to be thrown outside the Ethiopian consulate, which has done nothing to help. EgnaLegna activist @MekdiELB speaking to @AlJazeera after comforting yet another abandoned sister. አይዞን የሚለን በጠፋበት ድምጻችን ሁኑ ጀርባ አታሳዩን ውድ ኢትዮጵያውያን pic.twitter.com/VeASXZ00rO
— Egna Legna Besidet እኛ ለኛ በስደት (@EgnaLegnaDWU) June 12, 2020
BB$: CAAYAA ODAA “Qabsoon Oromoo akkamitti deemaa jirti? “