Genocide on Oromoo?Gabbari dhiiga ilmaan Oromoo biyyatti ijaaruuf guyyaa guyyaan baasu akkuma itti fufetti jira,

GENOCIDE ON OROMOO?Gabbari dhiiga ilmaan Oromoo biyyatti ijaaruuf guyyaa guyyaan baasu akkuma itti fufetti jira,

Koloneel #Abiyii_Foundation_Ethiopian (EDTF) #Oduu_golgoleessiituGuyyaa 12/2/2019 Godinaa booranaa haana miyoo magaala iddii lolaa keessattii waraanii ittisaa biyyaa ummata nagaani tifatee buluu Alkaanii keessa satii 2:30 irraattii weeraruun ijoollee dubraa fuutee galaa galaa jirtuu karaattii hadhuun dhiirsaaf niiti kan keessa jiraanii nama 5 battalumaattii fixuun dhagaame jiraa.
intaltii fuudhanii warraa bahaa yoo taatu warrii fuudhe warraa meexxii ta’uun beekkamee jira.
weerarii kun alkanii waan ta’eef nami reeffa argaanii nama 5 qofaa yoo bariitee artii olii ta’uu ni danda’aa kan jettuu jiraattotii naannoo mirkaneessaa jiruu.
nama saamameef kan badaa’ees bayyee ta’uun bekkamee jira.
waay waayyii guyyumaa ardhaa gammachuuf fuudha erreegatanii ba’anii akkanaattii du’uun gaddaa aganaa hin jenneetti namattii dhagaamaa wa ummati keennaa badeeeeeyyii RIP
#GENOCIDE_ON_OROMOO

Chali Ensermu Beyene

Gabbari dhiiga ilmaan Oromoo biyyatti ijaaruuf guyyaa guyyaan baasu akkuma itti fufetti jira, kan dhihaa fi giddu galeessaa boonyee maddiin osoo nun qoorin kibba irraan itti nuuf dabalan. Waraana RIB kana eenyuumatu akkanni lammii oromoo fixuuf ajajaa laata?, jarri mootummaa waliin gargar jiruu?, has sabaa garaan nu madoofte


OMN: ODUU Guyyaa (Guraandhala 13, 2019)