Obeleeyyan keenya Wolloo irraa gara cinaqsan demaa jiran Qeyroon Harar,Awadayii,Komboolcha irraa isaaan simatanii waliin demaa jirra

Obeleeyyan keenya Wolloo irraa gara cinaqsan demaa jiran Qeyroon Harar,Awadayii,Komboolcha irraa isaaan simatanii waliin demaa jirra

ኢንጂነር ታከለ ኡማ በንቲ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ምክትል ከንቲባ ሆነው ተሾሙ


#Caalaa_Bultumee Finfinneetti Galeera.
Gootni Kun Biyyaa Isaati Galuu Caalaa Waan Nama Gammachiisu Hin Jiru
Namootni Master Pilaanii Finfinnee daaraa godhan laman har’a seenaa hojjetan.
Caalaan Master Pilaanii……. Biyyatti gale
Takele Uma Banti Master Pilaanii……..Itti Aanaa Kantiibaa


Manguddoon Rasaasa Liyyu Poolisii Somaaleen Mi’eessotti Midhaamee Hospitaala Adaamatti yaalamaa jiru akkas jedhe…

Obeleeyyan keenya Wolloo irraa gara cinaqsan demaa jiran Qeyroon Harar,Awadayii,Komboolcha irraa isaaan simatanii waliin demaa jirra. Qeyroon Cinaqsanis nu afaan bahanii akkanatti nusimatan

Proud of you Qeerroo Walloo!

QEERROON WALLOO SEENAA HOJJATANII HEDDUU GALATOOMA.