Mootummaan Itoophiyaa akkuma waadaa galee hidhamtoota gadhiisuu itti fufeera.
Guyyaa harraa, paartii mormituu Koongresii Ummata Oromooif barreessa an turan obboo Olbaanaa Leellisaa, Koree Furmaata Barbaadu an Dhimma Musliimootaa irraa ustaaz Ahimadin Jabal, artiist Seenaa Salamoon fi shamarree Caaltuu Takkalaa dabalatee kannen biroos gadhiifamuun beekkameera.
Kanneen dubbisnee akkana jedhan….
“ Yakkin hojjadhe tokkollee waan hin turreef yeroon mana hidhaa turetti samuun kiyya qulqulluu ture’” Ustaaz Ahimadin Jabbal
“Qabsoon dirqisiisee hidhaa dha nu baasuu isaanitti bayyen gammada, ”Obboo Olbaanaa Leellisaa.
Ballina oduu kanaa tamsaasa kallattii keenya guyyaa harraa irratti eeggadhaa.
Source : VOA Afaan Oromoo
FacesofHeroes-Ahmedin Jebel just left the prison to a hero’s welcome by huge crowd.
…warm reaction at the minute he got out!
Burraayyuu-Sirna simannaa Burraayyuutti haasaa Obbo Dajanee Xaafaa ummataa dhageessise.
We need Freedom, We need Justice” Baatu Qeerro
Roobee Arsii
Adama Qeerros celebrating and awaiting for Bekele Gerba to arrive at stadium pic.twitter.com/4RxnrsDole
— Jawar Mohammed (@Jawar_Mohammed) February 14, 2018