New oromo music 2019 Galaana Gaaromsaa (GG) Wallee Haarawaa ergaa ajaa’iba qabu kana caqasaa!!
Gaafa Liyyuu Hayliin Soomalee Namakeenya miliyoonotaan buqqaasee kuma dhibbootaan ajjeesu HELOKOFTORIIn Har a ummata Oromoo fixukun eessa ture? – https://t.co/XzlkPgwLbE pic.twitter.com/d5QPn3dYA5
— Kichuu (@kichuu24) January 14, 2019
Yeroo Oromoonni hedduun Finfinnee irraa Neftegna woliin dhiichisaa jiranitti Gariin keenya Du’aati jira. – https://t.co/XvqEmWujXK pic.twitter.com/nqJRp6oLPE
— Kichuu (@kichuu24) January 14, 2019