Oduu Gaddaa: Jaal Falmattuu- Simanyi Dayyaasaa ajjefamuu ishee reporter kenya Yassim Juma gabaase.

Oduu_Gaddaa: Jaal Falmattuu- Simanyi Dayyaasaa ajjefamuu ishee reporter kenya Yassim Juma gabaase.
#Simmagn_Dayyaasaa ( Falmattuun) AA University utuu barataa jirtuuti, kan barumsa addaan kuttee sabasheef qabsaa’uuf #WBO tti dabalamte.
Amma garuu waraana #Mootummaa_Itoophiyaatiin akka ajjeefamtetu dubbatamaa jira.
Egaa WBO dhaan biyya keessanitti galaa nagaan qabsa’aa jechuun maali hiikaan isaa? Erga waraana Oromoo ukkaamsanii ajjeesuu ta’ee?
Haalli keenya baay’ee nama gaddisiisa. Gumaan Falimattuu Waaqaanis haata’u namaan guyyaa tokko inuma ba’a. Wayyoo biyyeen sitti haa salphatu attii dutus seenaa bar baran sii yadataa
Ka’ii Qeerroo!Mootummaa kun Dina Oromooti.

Chali Ensermu Beyene

ኦነግ ተብላ ተከሳ 3 አመት ተፈርዶባት ይቅርታ ባለመጠየቋ ምክንያት በቃሊቲ እስር ቤት ውስጥ በወያኔ ደኸንነቶች በተደጋጋሚ ዛቻና ማስፈራራት ሲደርስባት የነበረው እህታችን ስመኘ ደያሳ ከተፈታች በኃላ ባልታወቀ ምክንያት ተሰውራ ቆይታ አሁን በመርማሪ ጋዜጠኛ ያሲን ጁማ አማካኘነት እንደተገለፀው በድጋሚ በመታሰር በወያኔ እስር ቤት ውስጥ ተገድላ በማይታወቅ ስፍራ እንደተቀበረች ተሰማ
ክብር ውድ ህይወታቸውን ለሰጡን !!
ሞት ለጠላቶቻችን በጠቅላላ !!!

Daniel Dhaba


Walaloo Hiriira Nagaa guyyaa har’aa Magalaa Mattuutti geggeeffame irratti dhiyaate keessaa.Ajaaiba kana dhaggeeffadha

U.S. gangs up with Ethiopia to hunt down ex-army spy chief

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.