Gadaan-Gadaa Bilisummati. Baga nu garsiiftee. Milkaayaa!

Gadaan Gadaa Bilisummati. Baga nu garsiiftee….Milkaayaa, jabaadhaa!

Gariin tooftaa qabsoof hedduu ariifatee, Bu’aa bahii qabsoo gar malee hifatee.Hadhaa bara dheeraaf hamileensaa cabdee. Kaayyoo fudhee bahees amaanaa San nyaatee
Hedduutuu sardamees biraa deemee gatee. Kaayyoon kaayyoodhumaa kunhoo injifattee
Obsii bara dheeraa geeba ofii qabattee. As gaheera kunhoo, firiinsaa daraartee
Haa sooratuu sabnii, kaayyoo lubbuu meeqaan kalee facaafatee..Lubbuu itti wareegdee ofiifi kan jaarratee, Baga umriin turree, Kanas nu garsiiftee.Jabaatu wal Simee, Jabaatuu wal qabatee
Dhugaan moo’attuudha, hin garree moo’amtee. Milkaayaa, jabaadhaa.


#Funyee : New oromo comedy,2019


Hiber Radio Daily Ethiopian News May 6, 2019



Temesgen Desalegn: 5 ጥብቅ መረጃዎች – የግጭቶቹ ጂኒ | Ethiopia | Abiy Ahmed | TPLF | EPRDF | ODP

1 Comment

  1. Yoo tole dubbiin hamma tola. Jabaadhaa ilmaan Oromo. Haama gaafiin Oromo 100% deebitee gumaan saba keenyaa baatuti walii ciisuun hinjirtu!

    OPDOn yoomiyyuu sammuu abba ishiitiin (Malas Zenawii)y yaaddi.

Comments are closed.