ONN:Oduu Amma Nu Dhaqqabeen Fincilli Gabaa Lagannaa Oromiyaa

ONN:Oduu Amma Nu Dhaqqabeen Fincilli Gabaa Lagannaa Gutuu Oromiyaa kessatti QBOtiin Labsamee jiru Gara Fincila waliif galaatti jijjirame jira.Gurraandhala 12/2018

Jimma

Fincila Qeerroo Jimmaa, Guraandhala 12, 2018

Gaaffiilee Hirmaatota mormii magaalaa Naqamtee irraa ka’an

(SBO/VOL Guran. 12/2018) Magaalaa Jimmaatti Sochiin Warraqsaa FXG duulli gabaa lagannaa, uggura geejjibaafi hojii dhaabuun daran jabaachuun itti fufe jira. Yakka duguuginsa sanyii waraanni warraanee Uummata keenyaa #Hammareessaafibakkoota hedduutti dhukaasee ajjeesaa jirus sagalee mormii guddaan balaaleffacha jiru.

Qeerroon Amboo Fincilaa jira.


Buraayyuu, Keellaa, Gafarsaa, Dirree, Kattaa….Daandiin bifa kanaan cufatee jira.

Qabsoon itti fufa!


Laga Xaafoo

Qabsoon itti fufa!


Finfinnee Jamoottis geejjibni dhabamee lagannaan itti fufeera.