Gaazexeessitootni kaleessa hidhaman gadhiisaman-Sagalee Bilisummaa Oromoo

Gaazexeessitootni kaleessa hidhaman gadhiisaman

[SBO – Onkoloolessa 13,2020] Gazaxeessitoonni kaleessa mana Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaatti poolisoota federaalaan qabamanii hidhaman sa’aa ammaa kana gadi lakkifamaniiru.
Jaal Ibsaa Gaaddisaa
Jaal Waaqoo Noolee
Jaal Biqilaa Abbaashoomaa akkasumas
Jaal Abbaa Bilisummaa
 


Obboleessa Jaal Marroo Gargaaraa Professor #Sisaay_Dirribaa turtii ji’a sadiin booda har’a hidhaa ba’ee jira! Baga rabbiin si baase jenaan .


Qeerroo Amboo barataa Universty Amboo bara kana eebifamu Warqinaa Miidhaksaa jedhamu Guyyaa wiixata kaleessaa Galgala keessaa sa’a lama irratti Red cross duratti paatrolii humna addaa oromiyaa tiin ajjeesani bira darban.Konkolaachisaan sun ajajaa humna addaa oromiyaa wallaga irraa hojjechaa jiruudha.Ofumaaf oofaa ture.
Baqatee Ejeree tti qabamee Amma waajira poolisii magaalaa Amboo 02 keessa jira.
Via: Qaxalee Amboo

 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.