Gaaffiin: OromoRevolution Amajjii 2/01/2018 Gidduugaleessa Oromiyaa Magaalaa Burraayyuutti Sochiin Warraaqsa Warraaqsa FXG gootota Qeerroo barattoota Oromoo M/B Sadarkaa 2ffa Buraayyuu hanga gaaffiin keenyaa gaafanne nuf deebi’utti jechuun gaaffi armaan gadii irra deebi’anii dhiyeeffachuun ejjannoo isaanii jabeessuun sochii itti fufan. Gaaffiin isaan irraa deebi’uun dhiyeeffatan
1. Barattootni hiriyoonni keenyaafi barsiisotni Keenyaa hidhaman gaaffii tokko malee haa hiikkaman .
2. Hidhamtootni siyaasaa ilmaan Oromoo hundi haa hiikkaman.
3. Gaaffii mirga Abbaa Biyyummaa gaafachaa jirruuf deebiin nuuf kennamuu qaba.
4. Waraanni maqaa liyuu hayilii somaaleefi agaaziin uummata keenyarratti gaggeeffamaa jiruu hatattamaan nurraa dhaabbachuu qaba,
5. Waraannifi poolisootni Federaalaa Oromiyaa keessaafi mooraa barnootaa keessaa baafamuu qabu, hanga gaaffiin keenya nuuf deebii’utti waraanaa poolisii federaalaan hiraarfamaa dorsifamaa, hidhamaa, reebamaa, ajjeefamaa hin barannuu jechuun barnoota dhaabaani gara maattiitti deeba’an.
Via: Massii Sanyii Fayisa Lelisaa
Maallaqa keessaniin WOYYAANEE HIN SOORINAA! https://t.co/mbVaFwSviC pic.twitter.com/4O99oRihvl
— Kichuu (@kichuu24) December 31, 2017
አቶ ኩራባቸው ፍቅሩ የኢትዮ-ቻይና ሰራተኞች ማህበር ጊዜያዊ ኮሚቴ ፈዴሬሽን ፕሬዝዳንት ነበሩ። https://t.co/GtrfXySQgM pic.twitter.com/BPbA2qGWdX
— Kichuu (@kichuu24) January 1, 2018
SQ Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 2, 2018 https://t.co/dmOrSo5173 pic.twitter.com/T8e3xBRCBz
— Kichuu (@kichuu24) January 2, 2018