Gaaffii fi Deebii Jaala Marroo Dirribaa, Ajajaa WBO Zoonii Lixaa

[Ebla 11, 2020] Gaaffii fi Deebii Jaala Marroo Dirribaa, Ajajaa WBO Zoonii Lixaa waliin #HaalaYeroo gaggeeffame:

“Fuuldurri keenya ifaa dha! Oromoon ni bilisooma!”

Waliif dabarsa; karaa mijjateen dhaamsa kana Oromoo maraan gahaa!!

“……GGO sirnaa hoo’aan kabajachuu qabnq; dhukkuba koronaa irra aanuufis WBO fi ummanni keenya waleeguu fi walgargaaruu qaban.
…Fuuldurri keenya ifaa dha. Rakkoo ammaa keessaa ni baana.” kana kan dubbate Ajajaa WBO Zoonii Lixaa ti.
Jaal Marroon dhimma ajjeechaa Oromoota nagaa irratti raawwatamaa jiru ilaalchisees deebii qaba.


Jiilli ORA, OPA fi Waldaa dubartoota Addooyyee irraa walitti dhufee fi Dr Falmataa B. Hundee tiin durfamu hawaasa keenya Salaaleetiif dhimma vaayirasii Koronaa Koronaa irratti hubannoo kennaa jira.

Lammii Beenyaa


Tibba darbe Ajjeefamuu Haaji Umar Naggeessoo Godina Gujii Bahaa keessaatti WBOtu ajjeese jedhamaa ture irratti Deebii Hoogganni WBO Konyaa Gujii Bahaa Jaal #Magarsaa_Lammii Kennan dhaggeeyfadhaa👇