Gaaffii fi Deebii Ajajaa WBO Zoonii Lixaa-Jaal Marroo Dirribaa

Above Single Post

(WBO, 11 Hagayya 2019, 2019) Ajajaan WBO Zoonii Lixaa umamnni Oromoo hidhannoo isaa jabeeffatee qabsoo bilisummaa Oromoo akka fiixa baasu waamicha godhe.

Ajajaan WBO Zoonii Lixaa, Jaal Marroo Dirribaa gaaffii fi deebii gaazexeessaa Dhaabasaa Waaqjiraa waliin godheen haala qabsoon hidhannoo keessatti argamu ibseera.

Humni diinaa ummata Oromoo akka malee gidirsaa jiraachuu kan ibse Jaal Marroon, roorroo keessaa bahuuf warraaqsa kaleessaatti deebi’uun dirqama ta’uu jabeessee hubachiise.

“Namoonni hedduun ‘jijjiiramni fashale’ jedhu. Jijjiiramni duraanuu hin turre,” kan jedhe Jaal Marroon, “waanti hin turre, hin fashalu. Warruma nu ajjeesaa turetu, bakka waljijjiirate; bakka jireenyaa ittiin tolfate,” jechuun haala jiru qeeqeera.

Akka Jaal Marroon ibsetti, “jijjiramni kan dhufu, sirnaa fi humna cunqursaa buqqisuuni.”

“Amma akka arginutti..qabsoon gidduutti daguun dhaabbatee ture, Amma sun haroomfamee jira. Warraaqsa kaleessatti deebinee rakkoo nu mudate keessa bahu qabna; hojiin agarsiisuu qabna,” jechuun Ajajaa WBO Zoonii Lixaa, Jaal Marroo Dibbibaa dhaamsa jabaa dabarsee jira.

Guutummaa Gaaffii fi deebichaa toora kana irraa dhaggeeffadha!


Irbaata WBO Magaalaa miniisootaatti qophaa’e Ilaalchisee

Jaal #Marroo Dirribaa Ajaajaa WBO Zoonii Lixaa wajiin turtii garii!!

ohoo ehee Falmadhu yaa lammii koo. Yaanan Garaa Bilisummaa namarachaa jedha WBOn



KHALID BAKER WINS VICTORIAN STRAP 

Now 4-0, the man who was wrongly convicted of murder and spent a 13 year sentence behind bars, Khalid Baker, is taking full advantage of his freedom- handing Sanong Seepongsert a loss en-route to winning the Victorian Regional Cruiserweight Title on Big Time Boxing/SLB Boxing’s show at the Melbourne Pavilion on Friday night.



Hacaalu Hundeesaa Konsartti Eebba Albamii ”BAALLII” Galaanaa Gaaromsaa Irrattii 2019

Gelana Garomsa Vol-2 Album – BAALLII


Dokimantarii Seenaa Muuziqaa Galaanaa Gaaromsaa 2019


Konsartti Eebba Albamii ”BAALLII” Galanaa Gaaromsaa Sayyoon Pireezadanticha Shubbiisise.


የኦሮሚያ ኦርቶዶክስ ቤተ-ክርሰቲያን ሊመሰረት ዝግጅት መጠናቀቁን ቄስ በላይ መኮንን አስታወቁ።


Imala gara musdalifa


አቶ ተክሌ የሻው ቅዥት-
========
ዶሮ ጭራ ጭራ አሉ::


Ethiopia : የኢትዮጵያ ህመሟ በዘር ፓለቲካ የተለከፉት ልጆቿ ናቸው። እኔ የማዝነው ምንም ለማያውቁት ህጻናት እነርሱ ላይ የምናመጣው ጣጣ ያስፈራኛል።

ስለሺ ደምሴ ( ጋሽ አበራ ሞላ)

Natnael Mekonnen

Below Single Post