Gaaffii Deebbii dubbii WBO cibraa 30 booroo dhimma WBO irratti

Gaaffii Deebbii dubbii WBO cibraa 30 booroo dhimma WBO irratti -GAMTAA MEDIA

Oduu Hagayya 7,2021- Tarkaanfii WBO tii fi PPn Human guutuun TPLF dhahuuf akeekkachiisu

Prisoners of war from the neighbouring region said TDF is unstoppable.


Daandii Qabsoo Prof Mararaan qabatanii fi akeekaniin Ummatni Oromoo Bilisummaa dhugaatti ni bahaa? Gaaffii jedhuuf an deebii mataa kiyyaa ergan kennadhee qaata.
Amma Prof Mararaan gara Ameerikaa imaluun gaariidha.
Hoggansi jajjabaan Finfinnee Dallaa yeroo Diinaa keessa taa’ee bu’aa ni buusa jedhee akkan hin yaadne har’as nan dubbadha.
Kanaaf Warri Diaspora Prof Mararaa achumatti hambifachuu qabdun jedha.
Hamma danda’ameef achuma turee qabsoo ha hogganu. Gaafa irra aansa jijjiirre dhufuun sirnuma.
Hagasitti isa jiraachisaa, Miidiyaatti baasaa, Marii’adhaa marii’achiisaa!


ሂሳብ ማወራረድ ወይስ ወንጀለኞችን ማሳደድ?

Ethiopia: Tigray – ENDF -Mekele