Gaaddisa Dhugaa: Ibsa ABO Adoolessa 7,2018 Afaan Oromoo

Gaaddisa Dhugaa: Ibsa ABO Adoolessa 7,2018 Afaan Oromoo

SAGALEE QEERROO: Adoolessa 06/2018

የኦሮሞን ህዝብ ጥያቄ በጠመንጃ ኣፈሙዝ ማፈን ትላንት ኣልተቻለም፡ ዛሬም ኣይቻልም!
(የኦሮሞ ነጻነት ግንባር መግለጫ – ሓምሌ 05, 2018ዓም)
=================
(SBO/VOL – Adoolessa 06,2018) ሰሞኑን በኦሮሞ ነጻነት ድምጽና በተለያዩ ሚዲያዎች ስንገልጽ እንደቆየነው በወያኔ መንግስት ታቅዶ በኦነግ እንቅስቃሴና ባጠቃላይ በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ላይ በኣዲስ መልክ የጦርነት ዘመቻ እየተካሄደ ይገኛል። በዚህም በምዕራብ ኦሮሚያ በኩል በመላው ምዕራብና ምስራቅ ወለጋ እንዲሁም በቄሌም ወለጋ ውስጥ “ለምን የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት እንቅስቃሴን ትደግፋላችሁ?” በሚል በኦሮሞ ህዝብ ላይ ኣሰቃቂ እርምጃ ወስደው ትግሉ እንዲገታ ለማድረግ ከፍተኛ ቁጥር ያለው የጦር ሃይል ግዳጅ ወስዶ ከላይ በተጠቀሱት ኣካባቢዎች ውስጥ ስምሪት መጀመሩ ታውቋል።

ይህ ዘመቻ በኦሮሚያ ክልላዊ መስተዳድር ፕሬዝዳንት(ኣቶ ለማ መገርሳ) ትዕዛዝና እውቅና እንድሁም በጄኔራል ገብሬ ዲላና ጄኔራል ብርሃኑ ጁላ ቀጥተኛ ኣዝማችነት የሚመራ መሆኑም ታውቋል። ጄኔራል ገብሬ ዲላ የትግራይ ብሄር ተወላጅ ሲሆን በምስራቅ ኦሮሚያ በኩል የሶማሌ ክልል ልዩ ሃይልን በማደራጀትና በማስታጠቅ በኦሮሞ ላይ ሲካሄደ የነበረውንና ኣሁንም በቀጣይነት እየተካሄደ ያለውን ጦርነት እስከ ቅርብ ጊዜ ድረስ ሲመራ የነበረ መሆኑ ይታወቃል።

ሁሉም እያየና እየሰማ እንዳለው ከቅርብ ጊዜ ወዲህ በምስራቅ ኦሮሚያ በኩል በሶማሌ ልዩ ሃይል በኦሮሞ ሕዝብ ላይ እየተካሄደ ያለው ጦርነት በኣዲስ መልክ ተጠናክሮ በመቀጠል እጅግ ዘግናኝ በሆነ ሁኔታ (በተለይ በባቢሌና ጭናክሰን ኣካባቢዎች) ህዝቡንና ከብቶቹን በእሳት እስከማጋየት ተደርሷል። በኢትዮጵያ መንግስት፣ በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስትም ይሁን በኦፒዲኦ በኩል እስከ ኣሁን ድረስ ይህንን በህዝባችን ላይ የተከፈተውን ጦርነት መከላከል ይቅርና እስከ ኣሁን ድረስ ይህንን ጉዳይ እንደችግር እንኳ ኣንስተው በመናገር ላይ ኣይደሉም።

የለማ መገርሳ ኣስተዳደርና ኦፒዲኦ በኣንድ በኩል ስለለውጥና ተሃድሶ እያወራና ሕወሃትን የሚኮንኑ መስለው ወደ ኦሮሞ ህዝብ እየቀረቡ በሌላ በኩል ደግሞ በኦሮሞ ህዝብ ላይ በግልጽ የዘር-ማጥፋት ዘመቻ ሲያካሄዱ ለነበሩት እንደነጄኔራል ገብሬ ዲላ ሙሉ ስልጣን ሰጥተው በኦሮሞ ህዝብ ላይ እያሰማሩ ነው። ዛሬ በተሃድሶና በለውጥ ስም የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስትንም ሆነ የፌዴራሉን መንግስት የሚመሩት ግለሰቦች ወደ ስልጣን እንዲመጡ የረዳቸው የኦሮሞ ነጻነት ግንባርና ወታደራዊ ሃይሉ(የኦሮሞ ነጻነት ስራዊት)፣ ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞና የኦሮሞ ልጆች ባጠቃላይ ከምስራቅ-ምዕራብ፣ ሰሜን-ደቡብ በጋራ ለነጻነታቸው ሲሉ የከፈሉት መስዋዕትነት መሆኑ ማንም ሊክደው የማይችል እውነታ ሆኖ ሳለ፡ እነዚህ ሰዎች የኦሮሞ ነጻነት ትግልና ኦነግን ብቻም ሳይሆን ለኦሮሞ ህዝብ ህልውና ከፍተኛ ጠላታዊ ስራ መስራታቸውን መቀጠላቸው በጣም ኣሳዛኝና ኣሳፋሪ ተግባር ነው።

መላው የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ኣባላትና ደጋፊዎች፣ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት፣ ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ እንዲሁም በኢትዮጵያ መንግስትና በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት የጦር፣ የደህንነት፣ የፖሊስና የኣስተዳደር መዋቅር ውስጥ እንዲሁም በተለያዩ ሙያዊ ስራዎች ላይ የተሰማራችሁና በኦፒዲኦ ድርጅት ውስጥ የምትገኙ የኦሮሞ ብሄርተኞችና ባጠቃላይ ሰፊው የኦሮሞ ህዝብ ይህንን እውነታ በመገንዘብ ይህንን ዘመቻ በከፍተኛ ቆራጥነት መጋፈጥ የወቅቱ ኣንገጋቢ ጥያቄና ከፍተኛ የታሪክ ግዴታ ነው።

እንደህዝብ ተነጣጥሮ ሲካሄድብን ዛሬን የደረሰውንና ኣሁንም በኣዲስ መልክ በቀጣይነት እየተካሄደብን ያለውን ይህንን ጦርነት ከያለንበት ለወገናችን በመድረስ ኣክሽፈን ነጻነታችንን ከእጃችን ለማስገባት ከመቸውም ጊዜ በበለጠ በወኔና በቆራጥነት መንቀሳቀስ ሌላ ኣማራጭ የሌለው መፍትሄ መሆኑን የኦሮሞ ነጻነት ግንባር በኣጽንዖት መልዕክቱን ያስተላልፋል።

ዘመኑ የጭቆና ፍጻሜ ዘመን ነው !
ድል ለኦሮሞ ህዝብ !

የኦሮሞ ነጻነት ግንባር
ሓምሌ 05, 2018ዓም


ONN: Obbo Geetachoo Addisuu Eenyu Ajjeese? Adoolessa 6, 2018
================
Jiraataa magaalaa Najjoo fi abbaa maatii kan ta’e Obbo Geetaachoo Addisuu guyyaa gaafa Adoolessa 3, 2018 namoota hin beekamneen ajjeefamee reeffi isaallee manasaa waliin gubachuun jiraattota naannoo sanaa fi ummata Oromoo mara kan rifaasise ta’ee argama. Obbo Geetaachoon yeroo dheeraadhaaf barsiisaa kan ture yammuu ta’u, boodarra kantiibaa magaalaa Najjoo ta’ee hojjechaa erga turee booda taaytaa sanarraas waggaa sadii dura buufamee hanga lubbuun isaa dabartutti hojii dhuunfaatiin maatiisaa jiraachisaa kan ture ta’uu jiraattonni Najjoo ni dubbatu. Ilmi isaa Waaqkennaa Geetachoo barataa Engineering yammuu sabboonaa draamaa Afaan Oromoo hojjechuudhaan beekamu ta’uu fi Obbo Geetaachoonis yeroo ammaa kanatti qooda siyaasa mul’ataa ta’e tokkollee kan hin qabne ta’uun ajjeechaa isarratti raawwatame hibboo taasisee jira.

Kanumaa Obbo Geetachoo eenyu tu ajjeese? Akeekni ajjeechaa kanaa maali?
Akkuma ajjeechaan kun raawwatameen jiraattonni magaalaa Najjoo walitti dhufuun ajjeechaa kana balaaleffatan. Akka jiraattonni Najjoo (guutummaatti jechuun danda’ama) irratti walii galanitti ajjeechaa kana kan raawwate kashalabboota maallaqni kafalameefii qabsoo ummanni Oromoo bilisummaa isaaf godhu xureessuuf bitamani dha. Kashalabboota kunneen kan maallaqa itti roobsee dalagaa hammeenyaa kana raawwachiisu gartuu sirna mootummaa Wayyaanee keessaa of ijaaranii qabsoo Oromootti cilee dibuu akeeka qaban akka ta’an jiraattonni Najjoo irratti waliigalu. Namoonni ajjeechaa kana raawwatan jedhamanii shakkamanis kan beekaman yammuu ta’u, namoonni kun qabsoo Oromoo keessaa hirmaannaa kan hin qabne ta’uun beekameera.

Akkuma beekamu armaan dura qaamni addaa “Sonsa Abbaa Torbee” jedhamu magaalaa Dambi Doolloo irraa eegalee magaalota adda addaatti ajajoota waraanaa fi qaamota tikaa ummata Oromoo hiisisaa fi ajjeesisaa jiran irratti tarkaanfii laalessaa ummata Oromoo gammachiise fudhachaa turuun ni yaadatama. Kaayyoon qaamota amma kashalabboota qaxaranii nama nagaa ajjeesisanii kunis tarkaanfii Abbaan Torbee diinota saba Oromoo irratti fudhachaa jiru cilee dibuu fi keessattuu tarkaanfilee haleellaa WBOn fudhachaa jiru xureessuuf akka ta’e ummanni magaalittii guutummaatti haala jedhamuu danda’uun kan waliigale dha. Akka odeessi qabatamaan ONNiin qaqqabe ifa godhutti ajjeechaa suukanneessaa Obbo Geetachoorratti raawwatame kan dhaga’e WBOn naannoo Najjoo keessa socho’u ummataa fi Qeerroo wajjiin ta’uudhaan namoota ajjeechaa kana raawwachuudhaan adda durummaan shakkaman keessaa namoota 6 tohannoo isaanii jala oolchanii jiru.

Ammallee namoonni biroon itti dabalamaa waan jiraniif lakkoofsi kun dabaluu danda’a jedhameera. Kana malees ummata magaalaa Najjoo walitti qabanii WBOn hojii ajjeechaa akkasii akka hin dalagnee fi hojii kana kan hojjetu sirna mootummaa Wayyaanee filmii sobaa irraa tolfatee WBO maqaa xureessuu barbaadu ta’uu ummataaf ibsanii mootummaan kun filmii Baddannoo irratti bara 1992 hojjetee kaasee walitti fufiinsaan hojii akkasii akka dalagaa asi ga’e seenaa waabeffachuudhaan ummata barsiisaa turaniiru. Ummanni magaalittiis guyyaa saafaa qarqara magaalaa Najjoo bakka isaan buufatanitti itti jigee barnoota isaan kennan mirqaansuudhaan dabaree dabareedhaan dhaggeeffachaa akka ture beekameera.


Faaruu Ijoollee Oromo- Waliigalaa: on Oromo Elders Forum, Melbourne, Australia 7 July 2018


These are fake people!!!