Fulbaana 06/2020 Gaazzexeessitoonni ONN bakka hojiitii hidhaman.

Fulbaana 06/2020 Gaazzexeessitoonni ONN bakka hojiitii hidhaman.
 
Gaazexeessitootaa fi hirmaattota sagantichaa 29 poolisiin qabamanii hidhamanii jiru.
1. Dassuu Duulaa
2. Eebbisee Nagaashuu
3. Mooneti Badhaasaa
4. Baahiluu Naaccoo
5. Soraa Jirmaa Alii faa dabalatee gaazexeessitoonni fi ogeeyyiin kaameras ONN har’a Finfinnee, kutaa bulchiinsa Lidataa, Hoteeta Kakuu Maammeetti qophii ayyaanaa waraabuu dhaqanii poolisoota bilxiginnaatiin qabamanii hidhaman.
#FREE ONN Journalists
#FREE ONN Journalists
Dábessá Gemelal


Lakkoofsa oromoon hin beekne, qubee oromoon wal hin beekne, huccuu aadaa oromoon hin beekne kana waliin biyya tokko qabna jettanii yaadduu….?