#FreeOromia #FreeOromoPrisoners #OromoProtests
#Shaashamanneen itti muddaa jira!
#FreeOromia #FreeOromoPrisoners
#Buraayyuun itti muddaa jira: 11/12/213 sa’aa 10:15″
#FreeOromia #FreeOromoPrisoners #OromoProtests
#SULILTAA
#FreeOromia #FreeOromoPrisoners
The Attack On Oromo Nation By The Ethiopian Government Is An Attack On All Historically Subjugated Nations In Ethiopia! – https://t.co/a2ZXZpJoWQ pic.twitter.com/vr83rQMXCy
— Kichuu (@kichuu24) August 17, 2020
#Kombolchaa
==============
Harargee baha magaalaa kombolchaa yeroo amma sa’aa 10:00 Qeerroo finciilaa jira.
#Dammaqi_Oromoo
Qabsoo Dhaloonni itti waldabarsaa asiin ga’e hin sharafamus hin badus yeroosaa eggatee galma niga’a
Naannoo Finfinnee, Godinaalee Harargee fi Arsi Lixaatti hiriirri deemsifamaa jira, karaanis bakka baay’etti kutame jira. Miidiyaan kana ummata keenyaaf sa’aati sa’aatiidhaan biraan gahu qaba.
Kun eessa jettanii hin gaafatinaa! Oromiyaa dha. Dandiin akka itti cufamuu qabu muuxannoo dabalataa irraa fudhannu nuuf tahu.